HomeNewsnews analysis (Page 6)

news analysis

Getaahuun Tsaggaayeetin @GetahunTsegay12 Finfinnee, Hagayya 06/2022 - Mootummaan Itoophiyaa, karaa Gorsaa Nageenya Biyyaalessaa Muummicha Ministeeraa, Ambaasaaddar Reedwaan Huseen, “garee ergamtootaa & Ambaasaaddarooaa yeroo Maqalee deemanitti haala dhimmicha to’achuu irratti filatan” irratti mufannaa qabu ibseera. Himannaan mootummaa kun kan dhiyaate walgahii Hagayya 02 Pirezidaantii naannoo Tigraay Dabratsiyoon Gabramikaa’el

Read More

Finfinnee - Mana Maree Nageenya Biyyaaleessaa, Ministira Mummee Abiy Ahmadiin durfamuufi hoggantoota olaanoo Raayyaa Ittisa Biyyaa, Poolisii fi Nageenyaa, akkasumas Pirezdaantota Naannolee fi kanneen biroo of keessatti hammatu haala nageenya biyyatti irratti kaleessa mari’ateera. Marii kanaan, “garee fi namoota dhuunfaa” meeshaa waraanaa seeraan ala hidhatanii

Read More