April 2022

Iteenash Abarraatiin  @EtenbeshAB Finfinnee- Dhabbatni Gurgurtaa Oomishaa Itoophiyaa dameewwan isaa jaha "sababa hin beekamneen" humnoota nageenyaan cufamuu fi hojjattootnis hidhamuu ibse. Itti gaafatamaan damee kominikeeshinii dhaabbatichaa Natsaannat Tasfaayee dameewwan Mattuu, Gimbii, Baddalle, Naqamtee fi Adaamaa haala ifa hin taanee cufamanii hojjatootni harki 20 hidhamuu Addis Standarditti

Read More

Finfinnee - Naannoon Sidaamaa ayyaana bara haaraa uummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaa kabaju jalqabe. Magaalaa Hawaasaa addabaabayii Soreessaa Gudumaalleetti kan kabajamu ayyaanni bara kanaa, Naannoon Sidaamaa filannoo Sadaasa bara 2019 gaggeeffameen mootummaa naannoo of danda’e erga ta’e booda isa jalqabaati. Weerara Covid 19iin kan addaan citee

Read More

Geetahun Tsaggaayeetiin @GetahunTsegay12  Finfinnee - Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Finfinnee ibsa har’a ganama baaseen lakkoofsi namoota kaleessa Godaritti ajjeefaman gara 21 ol guddachuu fi haleellaan taasifame “Haleellaa itti karoorfame gaggeeffame” ta’uu ibse. Masjiidota fi Quraannii gubachuu fi dubartootni gudeedamu akkasumas qabeenyi musliimotaa barbadaa’u ibse.   Haaluma wal

Read More