Home2022April (Page 2)

April 2022

Finfinnee - Naannoo Amaaraa, magaalaa Gondar keessatti namoota sirna awwaalcha Sheekii beekamaa naannichaa Sheek Kamaal Laggaas irratti argamani turan irratti haleellaa qaqqabeen yoo xinnaate lubbuun namoota sadi darbu gabaasaaleen achii bahan ni eeru. Gabaasaaleen hedduus haleellichi Masjidoota irratti kan xiyyeeffate akka ture eeraniiru. “Lakkoofsa obboloota keenya

Read More

Finfinnee - Hongee Naannoo Oromiyaatti mudateen beeladootni miliyoona 1.3 ta'an kanneen birrii biliyoona 26 olitti tilmaamaman du’uu isaanii Komishiiniin Hoggansa Sodaa Balaa naannichaa ibseera. Komishiinichatti Daarektarri Akeekkachiisa Duraa fi Hir'ina Sodaa Balaa, Obbo Beenyaa Dureessaa akka himetti, Naannoo Oromiyaa Godinaalee 8 keessatti hongee muudateen beeladoota miliyoona

Read More

Finfinnee- Roobni yeroo arfaffaaf giddugaleessa gadi ta’uun, Gatiin nyaataa dabaluuni fi xiyyeeffannoo addunyaa dhabuun miidhaa hongeen fidu daran hammeessa jedhe dhaabbatni Save the Children.  Roobni Bitootessa fi Caamsaa gidduu roobe xinnaachuun isaa  walitti fufinsaan waqtiin roobaa afuriif naannoleen hongeen miidhaman rooba gahaa osoo hin argatin hafaniiru.

Read More