Home2022April (Page 16)

April 2022

Tasfahuun Camadaa Tasfahuun Camadaa bara 1976 godina Wallagga Bahaa ganda Harbuu jedhamutti dhalate. Mana barumsaa sadarkaa duraa Looyaatti eegale, itti aansee fincaa’a fi shambuutti xumure. Yuunivarsiitii finfinee seenee muummee Sivil Injineeringitiin digirii jalqabaan bara 2001 eebbifame.  Erga eebbifamee hanga bara 2005 tti baadiyyaa Oromiyaa

Read More

Idriis Muhaammed, Elemoo Qilxuu, Ismaal Muhammad Finfinnee, Elemoo Qilxuu bara 1936 baha Oromiyaa Harargeetti dhalate. Maqaan dhaloota isaa Hasan Ibrahim yoo ta’u bara 1960 Yemen magaala Adenitti maqaa Oromootni hedduun ittii isa beeku Elemoo Qilxuu fudhate.  Bara ijoollummaa isaa carraa barnootaa idilee waan hin argatiniif barumsa

Read More