Home2022April (Page 5)

April 2022

Darajjee Gonfaatiin @DerejeGonfa Finfinnee, Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo Aanaa Jiillee Dhummugaa fi Godina Shawaa Kaabaa keessatti Walitti bu’iinsa umameen namootni 10 ajjeefamuu fi hedduun miidhamuun gabaafame. Walitti bu’insi kun Dilbata gara galgalaa akka eegale Jiraattootni Addis Standarditti himan. Kabbadaa(Maqaan sodaa nageenyaaf jijjiirame) jiraataan aanaa Jiillee

Read More

Finfinnee - Aanaalee Godina Booranaa garaagaraa keessatti namoonni 56 deeggarsa hawaasa hongeen miidhamaniif dhufe faayidaa dhuunfaaf olchan jedhaman to’annoo jala oolfamanii tarkaanfiin garaagaraa irratti fudhatamuu bulchiinsi Godinichaa akka beeksise OBN gabaaseera. Gocha kana keessatti namootni qooda qaban hedduu waan ta’aniif isaan hafanis seeratti dhiyeessuuf hojiin

Read More

Biruk Alamuu tiin @Birukalemu21 Finfinnee, Konfedereeshiniin Waldoota Hojjettoota Itoophiyaa (CETU), mootummaan dhimma hojjettoota manaa, godaantotaa hojjattootanii fi dararaa bakka hojiitti mudatu ilaalchisuun seerota hojjettoota idil addunyaa (ILO) akka raggaasu gaafate. Konfedereeshinichi konvenshinii ykn waliigaltee seerota hojjettoota idil addunyaa (ILO) keessaa waliigaltee godaansa hojii lakk.97 fi waliigaltee godaantota

Read More