Home2022August

August 2022

Finfinnee, Hagayya 31/2022 - Manneen Maree Nageenyaa bulchiinsa naannoo Amaaraa magaalota Dabra Birhaan, Kombolchaa, Laallibalaa fi Saqotaa namoota fi konkolaattota irratti daangeeffama sochii, walga’ii uummata hayyama malee dhorkuu, akkasumas dhorkii meeshaa waraanaa humnoota nageenyaatiin hayyama hin qabne fe’uu fi kanneen biroo kaa’aniiru. Murtoon kun magaalonni Waldiyaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 31/2022- Paartiin mormituu, Kongiresii Federaalawaa Oromoo (KFO) hawaasni addunyaa foddaa ji’a jahaaf waraana gargaarsa namoomaatiif dhaabate fayyadamuun “qaamolee waraanaa jiran minjaala marii irratti fiduu fi dhukaasa dhaabuu hunda galeessa ta’e mirkaneessuuf” dadhabuu isaanii qeequun “Hawaasni idila addunyaa, walitti bu'iinsa Naannoo Oromiyaa keessatti

Read More

Finfinnee, Hagayya 30/2022 - Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Kabajamoo Obbo Shimallis Abdisaa Bu'aa fi firii Mana barnootaa Bultii Addaa Barataa Raajii Ashannaafii jajjabeesan. Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhalatoota barnootaafi teekinolojii gaumsuu karoorfatee hojii tarkaanfii haaraa(New Intiative) hojjachaa jira.Haaluma kanaan, hanga ammattii manneen barnoota Bu'uura Boruu 3,377, Ifa

Read More