Home2022August (Page 13)

August 2022

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit  Finfinnee, Hagayya 02/2022 - Gaazexeessitoota ONN lama dabalatee himatamtootni 17 galmee Qaasiim Abdullaahi jala himata “Koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa hundeessuu” jedhuun himataman har’a Hagayya 02, 2022 Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhiyaataniiru. Oolmaa dhaddacha har’aa ilaalchisee abukaatoon himatamtootaa  Milkiyaas Bulchaa, manni murtiichi

Read More

Alamituu Hoomaatiin @alemituhoma Finfinnee, Hagayya 2/2022- Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) bara 2014 ALI manneen hidhaa 126 fi buufataalee Poolisii 27 jiran keessatti hordoffii gaggeesseen hojiiwwan qajeeltoo fi rakkoowwan adda baasuu ibsa kaleessa baaseen beeksisee jira. Ibsa kanaan namootni mana murtiitin bilisa ba’an hidhaa keessa tursuun

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Hagayya 01/2022 - Godinaalee fi Aanaalee Addaa Naannoo Saboota Sablammoota fi Uummattoota Kibbaa keessatti argaman garaagaraa caasaa naannoolee lama jala waliin gurmaa’uuf manneen maree mataa mataa isaani irratti murtoo dabarsan. Godinaalee 11 fi aanaalee addaa 6 yaa’ii idilee mana maree isaanitti yaada

Read More