Home2022August (Page 3)

August 2022

Finfinnee, Hagayya 27/2022 - Daayirektarri Olaanaantuun UNICEF, Kaatriin Raasel, “UNICEF haleellaa qilleensaa magaalaa guddoo naannoo Tigraay Maqaleetti gaggeeffame cimsee balaaleeffata” jechuun qaamoleen hunduu atattamaan dhukaasa dhaabu irratti akka waliigalan hubachiiste.  Ibsi Daayirektara Olaanaantuu UNICEF irraa kenname kun “haleellichi iddoo oolmaa daa’immanii rukutuun ijoollee hedduu ajjeesee kaan

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Hagayya 27/2022 - Qonnaan bultonni fi daldaltoonni  jimaa Harargee mootummaan karaa ejansiiwwan mataa isaatiin gabaa al ergii Jimaa keessa galuu isaatiin toftaadhaan gabaa Jimaa keessaa akka baanuu taaasifamaa jirra jechuun komatan. Daldaltoonni Addis Standard dubbise qaamoleen seeraan ala gabaa jimaa to’atanii fi mootummaan

Read More

Finfinnee, Hagayya 26/2022- Mootummaan  Federaalaa ibsa har'a baaseen jiraattonni Tigraay iddoo  meeshaan waraanaa kuufame, leenjii waraanaa irraa akka fagaatan gorseera. Ibsichi mootummaan nageenyaaf “balbala banaa” ta’us humnoonni Tigiraay haleellaa itti fufanii jiru jechuun himateera.Kanaafuu, mootummaan haalduree tokko malee marii akka taa’u waamichi dhiyeesse akkuma jirutti,

Read More