HomeInnovation

Innovation

Fedhasaa Shuumaa Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 21/2023 - Dargaggeessi kun Fedhasaa Shuumaa jedhama. Godina Qeellam Wallaggaa magaalaa Dambii Dollootti dhalatee guddate. Sababa maatiin isaa harka qaleeyyii ta’aniif obboleewwan isaa torba barsiisuuf barnoota isaa yeroo garagaraatti addaan cituu kan himu Fedhasaan, yeroo ammaa barnoota isaa sadarkaa

Read More

Finfinnee Caamsaa 29, 2023 - Barattoonni Itoophiyaa dorgommii idiladdunyaa Huwaei torbaffaa kan Sheenzheen Chaayinaatti Caamsaa 24 hamma 28 godhamerratti hirmaatan sadarkaa sadaffaa bahuun moo’atan.  Gareewwan 146 biyyoota 36 irraa dorgommii kanarratti hirmaataniiru. Gareewwaan lamaa miseensota sadi sadi of keessaa qaban gama hojii shaakalaatiin (kan akka datacom,

Read More

Amaanu'eel Baalchaa Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Caamsaa 26/2023 - Sadarkaan guddina biyya tokko ittiin madaalamu keessa kalaqa fi teeknoloojii isaan ijoodha. Biyyoota guddachaa jiran, kan akka Itoophiyaatti ammoo kalaqni teeknoloojii sadarkaa gadi aanaarra jira. Haata’u malee erga yeroo dhiyoo asi dargaggoota kalaqa teeknoloojii irratti kennaa qaban mul’achaa

Read More