HomeInnovation (Page 3)

Innovation

Fiqruu Gabree Dinkumbaab, Suuraa Amaanu'eel Silashii Akkaadaamiin Injinariingii Rooyaali Igiliiziitiif Finfinnee, Sadaasa 23/2022 - Akkaadaamiin Injinariingii Rooyaali Igiliizii, Injinara Makaanikaalaa fi abbaa kalaqaa lammii Itoophiyaa Fiqruu Gabree Dinkumbaab badhaasa ogummaa Injinarii Afrikaa bara 2023f hojii uumtoota Afrikaa 15 filannoof dhiyaatan keessaa tokko ta’uusaa beeksise. Fiqruun

Read More

Finfinnee, Hagayya 30/2022 - Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Kabajamoo Obbo Shimallis Abdisaa Bu'aa fi firii Mana barnootaa Bultii Addaa Barataa Raajii Ashannaafii jajjabeesan. Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhalatoota barnootaafi teekinolojii gaumsuu karoorfatee hojii tarkaanfii haaraa(New Intiative) hojjachaa jira.Haaluma kanaan, hanga ammattii manneen barnoota Bu'uura Boruu 3,377, Ifa

Read More

Darajjee Gonfaatin Finfinnee, Adoolessa 16/2022 - Weerarri Covid-19 hawaasa tokko tokko warra kaan irraa haala ulfaataa ta’een, keessattuu kanneen bakkeewwan baadiyyaa uwwisa eegumsa fayyaa gadi aanaa qabu keessa jiraatanitti rakkoo hawaasummaa, diinagdee fi fayyaa daran hammeesseera. Biyyoota akka Itoophiyaa jiranitti rakkinichi ni hammaata. Buufataalee fayyaa gaarii

Read More