HomeInnovation (Page 2)

Innovation

Finfinnee, Caamsaa 24/2023 - Barattootni dorgommii ICT idil addunyaa dhaabbatni HUAWEI Caamsaa 24 hanga 28 biyya Chaayinaa magaalaa Sheenzanitti gaggeeffamu irratti hirmaachuuf kaleessa CHaayinaa seenaniiru. Barattoonni sagal kunneen Yunivarsiitii Gondar, Wachaamoo, Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinnee, Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa fi Yuunivarsiitii Finfinnee irraa kan dhufanidha. Dorgommii

Read More

Diroonii haaraa Yuunivarsiitii Dambi Dolloo keessatti kalaqame, Suuraa: fuula feesbuukii yuunivarsiitii Dambi Dolloo Finfinnee, Bitootessa 20/2023 - Yuunivarsitii Dambii Dolloo, giddugala STEM keessatti diroonota haaraa gosoota garaagaraa barsiisaa Amaanu'eel Baalchaa fi garee isaa waliin ta’uun hojjetame balali'a milkaa'aa ta'e mooraa Yunivarsiitichaa keessatti taasifamuu Yuunivarsiitichi beeksise.  Gosootni Diroonii

Read More

Mihirat Gabrakiristoosiin @MercyG_Kirstos Finfinnee, Mudde 17/2022- Erga mootummaan Konkolaataa elektiriikaa jajjabeessuu fi gatii hir’isuuf jecha Fulbaanarraa eegalee qaraxarraa malee biyya keessaa akka galan taasisee fi konkolaatonni kunneen daandiiwwan magaala Finfinnee keessatti mul’atan dhawaataan dabalaa dhufeera. Akkasumas, labsiin haala itti fayyadama konkolaataa elektiriikaa too’atu qophaa’aa kan jiru ta’uu

Read More