Home2022August (Page 2)

August 2022

Finfinnee,Hagayya 30,2022- Adoolessa darbe Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa irraa waraqaa ragaa galmeessa yeroo kan argate Paartiin Federaalawaa Sidaamaa kora walii galaa gaggeessuun  sagantaa dhaabaa raggaasise, dura taa’aa fi miseensota koree hojii raawwachiiftuu dhaabichaa filatee kaleessa Hagayya 29/2022  hundeeffame.  Paartiin  siyaasaa haaraa uummata Sidaamaa giddu galeessa godhachuun hundeeffame

Read More

Finfinnee, Hagayya 29/2022 - Miidiyaa fi dhaabbileen kominikeeshinii gabaasa fi odeeffannoo dhimma rakkoo nageenyaa waliin walqabatee dabarsan haala dantaa biyyaalessaa biyyattii calaqqisiisu fi of eeggannoodhaan raawwachuu akka qaban Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Federaalaa beeksise. Kunis xumura konfiraansii damee miidiyaa fi kominikeeshinii federaalaa fi naannolee guyyoota lamaaf gaggeeffameen

Read More