Oduu: Gaanfi Afrikaa Waqtii Roobaa Itti Aanuu Rooba Gahaa Akka Hin Arganne Raagame
Finfinnee, Hagayya 23/2022- Neetworkii Sirna Akeekkachiisa Beelaa “Raagamni ho’a gubbaa galaanaa haala gogiinsa galaanaaf mudaa hin qabne agarsiisa. Carraan Dipoolii Galaana Hindii fi Giraadiyeentii Paasifik Dhihaa lamaanuu cimaa ta’an baay’ee ol’aanaadha, kanarraa ka’uun baha gaanfa Afrikaa rooba baay’ee xiqqaa fi jiidhina biyyee baay’ee goggogaa fi