Home2022August (Page 5)

August 2022

Finfinnee, Hagayya 24/2022 - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibsa har’a ganama baaseen, waraanni kaabaa ji’oota muraasa darban keessa erga tasgabbaa’ee booda waraana humnoota federaalaa fi Tigraay giddutti adeemsifamu irra deebiin eegaluu isaa mirkaneessee jira. Mootummaan federaalaa waraana deebi'ee eegaluun humnoota Tigraay komate. “Gareen shororkeessaa TPLF filannoo nageenyaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 24/2022 - Gurmaa’insa naannumaa godina Guraagee waliin walqabatee hoggantoonni fi itti gaafatamtoonni godinichaa hidhamuu hojjataan mootummaa maqaan isaa akka  eeramu hin barbaanne Addis Standarditti himeera. Itti gaafatamaan waajjira faayinaansii godinichaa Munawwar Hayaatuu, Itti gaafatamaa dhimmoota kominikeeshinii mootummaa Mabiraatee W/Maariyaam, Itti gaafatamaa intarpiraayizii fi misooma

Read More

Marii Dhimma Daangeffama Finfinnee, Suuraa: Feesbuukii Adaanech Abeebe Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinee, Hagayya 19/2022- Mormii garaagaraaf sababa kan ture daangaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee akkaataa qorannoo haaraa qophaa’een daangeeffamuu ibsameera. Adeemsi lafa daangeessuun kun aanaalee Finfinnee fi Godina Addaa Naannawaa Finfinnee jala

Read More