HomeNewsnews analysis (Page 2)

news analysis

Finfinnee Waxabajjii 01, 2023 - Paartiin Badhaadhina damee Amaaaraa ibsa guyyaa kaleessaa baaseen rakkoo nageenyaa naannicha keesa jiru furuuf humnoota hidhatanii naannicha keessa socho’an irratti “tarkaanfii cimaa” fudhadha jechuun akeekkachiise. Paartichi ibsa kana kan baase battaluma marii idilee koree giddugaleessa paarti badhaadhinaa guyyaa kaleessaa goolabameen ture.

Read More

Baalee, Roobee - Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmad godina Baaleetti argamuun mootummaan qamadii gabaa alaatiif dhiyeessu eegaluu yeroo himuun kuntaala miliyoona 32 gara Keeniyaa erguufi jedhee turetti milkaa’ina gaarii ta’uun ibsamee ture. MM Abiy guyyaa kana (graandhala 12), “waadaa ummataaf galle milkeessinuun mul’ata qamadii gara biyya

Read More

Xaafiin midhaan nyaataa biyya Itoophiyaa keessatti beekaman keessaa isa ijoodha. Suuraa: Getty Images Finfinnee, Bitootessa 21/2023 - Tibbana magaalaa Finfinnee dabalatee magaalota naannoo Oromiyaa garaagaraatti qaala’insa gatii midhaan nyaataa, keessattuu xaafii irratti mul’ate dubbii ijoo biyyattii ta’eera. Xaafiin torban lamaa dura kuntaalaan kuma birrii 5,000

Read More