Oduu: Waltii bu’insa Itoophiyaa keessa jiruun walqabatee Meettaan beenyaa doolara biliyoona 2 gaafatame
Suuraa: Rooyitors Finfinnee, Mudde 14/2022- Ergaa jibbaa fi hokkora kakaasan tamsaasuun waraana Itoophiyaa akka babal’atu waan taasiseef dhaabbanni Feesbuuk Meettaan beenyaa biliyoona $2 akka kaffalu gaafatamu BBCn gabaase. Namoota Meettaarratti himata seeraa banan keessaa Abrahaam ilmi hayyuu Pirofeessar Ma’aarag Amaree erga maxxansaa Facebookiitiin doorsifamee booda ajjeefame isa