HomeEthiopia (Page 6)

Ethiopia

Finfinnee, Hagayya 08/2023 - Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) gaaga’amni siyaasaa kaaba Itoophiyaatti ka’e Oromiyaatti babal’chuun nageenya naannichaa akka hin booressine “lammiilee fi qabsaa’onni” eegumsa akka taasisan gaafate. ABOn ibsa Hagayya 06, 2023 baaseen, gaaga’amni siyaasaa biyyattiitti mudate kun "dadhabina paartii biyya bulchaa jiru" ta’uu eeruun haleellaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 07/2023 - Barsiisotni Yuunivarsiitiwwan Naannoo Amaaraa qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa kan bara 2015 ALI qoruuf yuunivarsiitiwwan biyyattii adda addaa keessatti ramadamanii turan gara naannoo isaanitti deebi’uu waan hin dandeenyeef magaalaa Finfinneetti akka turan taasifamuu himan.   Sababa walitti bu’iinsa iddoowwan naannoo Amaaraa baay’ee keessatti itti

Read More

Dr. Teedroos Adihaanoom, Daarektarri Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa. Suraa: The Economic Times Finfinnee, Hagayya 07/2023 - Daarektarri Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) Dr. Teedroos Adihaanoom walitti bu'iinsi naannoo Amaaraa keessatti hammachaa dhufe dhaabbatani isaanii daran kan yaaddeessu ta’uu ibsan.  Dr. Teedroos rakkoo nageenyaa naannoo Amaaraatti mudate ilaalchisee

Read More