HomeArt and culture

Art and culture

Hidhatarraan (yaa hidhannoo Zinnaaraa) 2X Ati hin dhufin natuu dhufee si laalaa yaa hiriyoo halaalaa 2X Finfinnee, Hag 19, 2023 - Bo’oon lamaan armaan olii kunneen sirba weellisaa Abdii Qophee keessaa kan fudhatamaniidha. Sirba kana kan sirbe qabsoo irra yeroo turetti haadha manaa isaa Yuunivarsitii Asmaraatti barachaa

Read More

Fraanol Ahmad Abdullaahi Naatinaa’eel Fiixeetin @NatieFit Finfinnee, Hagayya 04/2023 - Dhiibbaan Intarneetiin addunyaa irratti qabu yeroorraa gara yerootti dabalaa dhufuun yeroo ammaa kana uummata addunyaa irraa walakkaa ol intarneetii fayyadama. Fulbaana bara 2016 hojii kan eegale marsariitiin suur-sagalee gaggabaaboo ittiin gadhiifaman ‘Tiiktookii’ ammoo baay’inaan dargaggootaan jaalatamummaa guddaa

Read More

Qola kuusaa asoosamoota gaggabaaboo mata duree ‘SEEDAA Asoogawwan Biroo Waliin’ jedhuun Waldaa Barreessitoota Oromiyaatin qophaa'e Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 18/2023 - Erga hundeeffame waggoota 13 kan lakkoofsise fi yeroo ammaa kana barreessitota 123 dabalatee miseensota 300 of keessatti hammatee Waldaan Barreessitota Oromiyaa (WBO), kitaaba haaraa kuusaa

Read More