HomeArt and culture (Page 4)

Art and culture

Walaleessituu Biqiltuu Waaqasaa Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Waxabajjii 09/2023 - Biqiltuu Waaqasaan Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Abbayyi Coommaan bakka Migiruu jedhamutti dhalattee guddatte. Barnoota ishee sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa mana barumsaa Miigiruu keessa argamutti baratte. Barnoota qophaa'ina Finca’aatti hordoftee bara 2012 ALI erga xumurtee booda, gara

Read More

Caamsaa 02, 2023 - Keessummaan AS afaan Oromoo torban kanaa barreessaa fi hayyuu seenaa Oromooo obbo Gamteessaa Kaasaati. Itti dhiyaadhaa! Seenaa koo Maqaan koo Gamteessaa Kaasaati. Kanan dhaladhe dirree Oromiyaa Shawaa lixaa aanaa Jalduutti. Barumsa hogbarruu Afaan Oromootiin Yuunivarsiitii Haaramaayaatii bara 2001 ebbifame. Itti fufuun Yuunivarsitii Wallaggaatii qorannoo

Read More