HomeArt and culture (Page 6)

Art and culture

Finfinnee, Caamsaa 08, 2023 - Instituutiin qorannoo aadaa Oromoo fi Akkaadaamiin afaanota Tigraay haala waliin hojjechuu danda'anii irratti guyyaa har'aa waliigaltee mallatteessaniiru. Marii Giddugala Aadaa Oromoo keessatti gaggeeffamaa jiru kana irratti meeshaaleen aadaa Oromoo fi barruuleen Afaan Oromoo barreeffamaan Akkaadaamii Afaan Tigraayiif arjoomaniiru. Itti aanaan Daarektarri Olaanaa instituutii

Read More

Lalisee Mulugeetaa jedhamti. Dhalattee kan guddattee Horro Guduruu Wallaggaatti. Dizaaynarii uffataa taatee magaala Shaggar aanaa Burraayyuutti hojjachaa jirti. Maqaan koo Lalisee Mulugeetaa jedhama. Kanan dhaladhee guddadhe godina Horroo Guduruu Wallaggaa, aanaa Abbayyii Coomman magaalaa fincaa'aatti dha. Industirii faashiniitiin ummata koo tajaajiluu nan barbaada. Guddina dizaayinii

Read More