HomeArt and culture (Page 7)

Art and culture

Abboomaa Margaa fi kitaaba walaloo inni barreesse, 'Araada' Finfinnee, Ebla 28/2023 - Abboomaa Margaan naannoo Oromiyaa, godina Wallagga Bahaa, magaalaa Naqamteetti dhalate. Barnoota isaa sadarkaa jalqabaas achuma magaalaa Naqamteetti eegale. Barnoota isaa sadarkaa tokkoffaa mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa Beetel keessatti baratee, sanaa booda gara magaalaa

Read More

Finfinnee - Artisti Zarihuun Wadaajoon abbaa isaa obbo Wadaajoo Goobanaa fi haadha isaa Aadde Zawudituu Makkoo Soolan irraa Godina Wallagga Bahaa Magaalaa Naqamteetti bara 1952 dhalate. Barnoota isaa sadarkaa 1ffaa mana barumsaa Li'ilt Tsahaay Qassoo fi magaalaa Gimbiitti mana barumsaa Dajjaazmaach G/Igzihaabiheeritti barate. Barmoota sadarkaa

Read More

Finfinnee, Bitootessa 10/2023 - Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Hidhabuu Abooteetti Barattoonni Mana Barumsa J/T/Birruu Sad. 2ffaa Lakk.1 Guddina fi Dagaagina Afaan Oromoo Cimsuuf Bifa Gumiitiin Ijaarramanii Hojii Gaarii Hojjechaa Jiru. Akka odeeffannoo Kominikeeshinii Aanaa Hidhabuu Aboote irraa argame ni mul'isutti, barattoonni Mana Barumsaa kun "Gumii

Read More