April 2023

Suura: fuula twiitaraa ambaassadar Chaayinaatii fudhatame Finfinnee, Ebla 29, 2023 - Lammiilee Chaayinaa biyya Sudaan kan hokkora keessa jirtu keessaa baasuuf gargaarsi Itoophiyaan goote olaanaa ta’uu Itoophiyaatti ambaasaaddara Chaayinaa Zhiwo Zhiyuwaan ibse. Ambaasaaddarichi ibsa fuula tiwiitaraarratti baaseen, gargaarsa Itoophiyaan gooteen lammiileen Chaayinaa lakkoofsaan hedduu ta’an nagaan Sudaanii bahanii gara

Read More

Finfinnee Ebla 29,2023 - Humni nageenyaa fi sakkatta’iinsa Itoophiyaa “humnoota finxaaleeyyii” adeemsa heeraa naannoo Amaaraa keessa jiru cabsuun humnaan aangoo mootummaa naannichaa dhuunfachuuf” yaaluun yakkerratti “tarkaanfii murteessaa” kan fudhatu ta’uu ibsa kaleessa galgala baaseen addeesseera. Humni waloo kan tajaajila sakatta’iinsaa fi nageenyaa biyyaalessaa, humna raayyaa ittisa biyyaa,

Read More

Bineensota paarkii biyyaaleessaa Booranaa keessatti argaman keessaa muraasa (Guchii fi Harree diidaa) Geetaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Ebla 29/2023 - Bineensonni paarkii biyyaaleessaa Booranaa keessatti argaman rakkoo hammaataa hongeetiin walqabatee mudatanii fi adamsa seeraan alaatiif saaaxilamuu bulchiinsi paarkichaa ibseera. Itti gaafatamaan paarkii biyyaaleessaa Booranaa Nugusee Waataa Addis Standard’itti akka

Read More