Home2023April (Page 15)

April 2023

Finfinnee, Ebla 03/2023 - Weerarri Koleeraa naannoo Oromiyaa godina Baalee aanaa Harannaa Bulluq aanaa Haarannaa Bulluq keessatti Hagayya 27, 2022 keessatti mul’atee ture baba’achuun gara godinoota naannoolee Oromiyaa fi Somaalee ta’an keessa jiran dimshaashaan 22 keessatti babal’achaa dhufuusaa Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa beeksise. Ibsi ministeerichi Bitooteessa 31,

Read More

Gobbuu Hawwilee bakka Kaarra jedhamtu abbootiin Gadaa 2021 ajjeefaman itti awwaalamanitti awwaalame (Suuraa: Roobaa Bulgaa Jiloo) Finfinnee – Jiraattonni akka jedhanitti bakka bu’aa abbaa bokkuu Karrayyuu bara 2021 ajjeefamee kan ta’e Gobbuu Hawwiilee reebicha hamaa humnoonni nageenyaa mootummaa irratti Sanbata darbe irratti raawwatan irraa hafuu waan

Read More