Home2023April (Page 14)

April 2023

Dura taa’aa itti aanaa KFO fi xiinxalaa siyaasaa Obbo Jawaar Mohaammad Ogeessa seeraa, Asfaaw Galataatiin Finfinnee, Ebla 06/2023 - Barreffamni kun barruu obboleessii koo jaalatamaa fi kabajamaan Jawar Mohammad dhiyeesse ilaalchisee kan qophaa’edha. Barreeffama dhiyateef galataa fi kabajan qabu ibsaa. Keessattuu ilaalcha barreesichi Mootummaa aangoorra jiru cimsuu

Read More

Namootni bara 2021 keessa saba walitti bu'iinsaan Godina Addaa Oromoo irraa buqqa'an, Suuraa: Kominikeeshinii Aanaa Jillee Dhummuugaa Finfinnee, Ebla 05/2023 - Naannoo Amaaraa, Godina Addaa Saba Oromootti aanaalee afur keessatti namootni 175,000 ta’an (buqqaatota fi buqqaatota deebi’an) yeroo ammaa kana deeggarsa atattamaa akka barbaadan Dhaabbata Mootummoota

Read More

Humnoonni nageenyaa mootummaa naannoo Gaambeellaa nama nagaa harki isaa dugda duubaatti hidhamee jiru irratti irra deddeebiin dhukaasanii yeroo ajjeesan Finfinnee, Ebla 04/2023 - Itti aanaan Komishinaraa Koomishinii Poolisii Naannoo Gaambeellaa duraanii Tuut Koor ajjeechaa lammiilee nagaa “loltoota Shanee fi meeshaa waraanaa mana isaanii keessatti dhoksan” jedhamanii

Read More