HomeCommentary

Commentary

Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Itoophiyaa 13ffaa Muddee 08 bara 2018 Finfinneetti gaggeeffame. Suuraa: Anadolu Agency/Viidiyoo irraa fudhatame Milkeessaa Miidhagaatiin @milkessam Ibsa Fulbaana 11, 2022 baaseen, Koomishiniin Gamtaan Afrikaa kutannoo Mootummaan Naannoo Tigraay waraana karaa nagaatiin hiikuu fi waliigaltee waraana dhaabuu karaa Gamtaa Afrikaatiin godhamuutti hirmaachuuf mul’ise

Read More

Ayyalaa Galaan (PhD) @AyeleGelan   Safaricom Finfinnee  gahee  osoo hin turin mormiin isa mudate. Hoggantoonni Safaricom garaagarummaa daldalaa Itoophiyaa fi Keeniyaa gidduu jiru waan hin hubanne fakkaata. Dhaabbatichi bakka gabaa haaraa keessa qubachuuf hojii duraa irratti bobba’ee ture. Isaan keessaa hojjattoota biyya keessaa qacaruun gabaa guddaa Itoophiyaa

Read More

 Leenjiin bu’uuraa loltummaa Gaachana Sirnaa Suuraaa: KOMINIKEESHINII SAQQAA COQORSAA Milkeessaa Miidhagaa tiin (PhD) Finfinnee, Mootummaan naannoo Oromiyaa waraana Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiruu irra aanuuf caasaalee nageenyaa jedhu haaraa uumaa jira. Caasaalee haaraa dabalaman keessaa waajjirri milishaa kan Labsii Lakk. 242/2014 hundaa’e  fi Gaachanni Sirnaa kan

Read More