Home2023February

February 2023

Mootummaan Itoophiyaa ICHREE fi ACHPR yakka Kaaba Itoophiyaa keessatti raawwatame jedhame irratti qorannoo walabaa akka hin geggeessine gufachiisaa tureera, Fakkii: Addis Standard Finfinnee, Guraandhala 27/2023 - Ammi dheeraa fi ulfaataan lammiilee Itoophiyaa miliyoonaan lakkaa’aman sababa waraana yakkoonni gara jabinaa irratti raawwataman waggaa lamaaf naannoo Tigraay keessatti

Read More

Horii sababa hongee hamaa godina Booranaa keessatti uumameen du'e, Suuraa: Miidiyaa hawaasaa Finfinnee, Guraandhala 24/2023 - Dhaabbilee gargaarsaa naannoo Oromiyaa keessa socho’an, lakkoofsaan kudha lama ta’an ibsa waloo baasaniin qaamoleen dhimmi ilaallatu hunda rakkoo namoomaa naannicha keessatti muudateef xiyyeeffannoo barbaachisu akka laatan gaafataniiru.  Dhaabbileen miti mootummaa

Read More

Qondaaltonni ABO dhukkubsatan Kennasaa Ayyaanaa, Daawit Abdataa, Gadaa Gabbisaa fi Gadaa Oljirraa (PhD), Suuraa: Miidiyaa Hawaasaa Finfinnee, Guraandhala 24/2023 - Miseensa gumii shanee ABO kan ta’e Kennasaa Ayyaanaa dabalatee aanga’oonni olaanoon Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) mana hidhaa keessatti dhukkubasatanii argaman afur  wal’aansa hatattamaa dhoowwamuu, dubbi-himaan ABO

Read More