Home2023February (Page 4)

February 2023

Shimallis Abdiisaa. Suuraa: OBN Finfinnee, Guraandhala 17/2023 - Yaa'ii  Idilee 4ffaa, Waggaa 2ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Caffee Oromiyaa har’a Guraandhala 17/2023 gaggeeffamuu eegale irratti Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Shimallis Abdiisaa  Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) ykn kan mootummaan “Shanee” jedhe waamuuf waamicha araaraa dhiyeesseera.  “Kabajamaa Caffee kana

Read More

Biruuk Alamuutiin @Birukalemu21 Finfinnee - Guraandhala 16/2023 - Jiraattonni magaalaa Walqixxee kan Godina Gurage naannoo uummattoota Kibbaa keessatti argamu Addis Standard’tti akka himanitti, humnoonni nageenyaa mormitoota jeerii kaanii duwwaa qabatanii rakkoo hanqina bishaan qulqulluu qaban mul’isuuf hiriira bahan irratti dhukaasa banuun namoonni jaha yoo ajjeefaman, namoonni

Read More

Buqqaatota magaalaa Aannootti qubatanii argaman. Suuraa: Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa Finfinnee, Guraandhala 15/2023 - Naannoo Oromiyaa, godina Wallagga Bahaa aanaa Gobbuu Sayyoo magaalaa Aannootti Guraandhala 2, 2023 haleellaa buqqaatota irratti xiyyeeffachuun gaggeeffameen lubbuu namaa, qaama fi qabeenya irratti miidhaa akka gahe ragaa baatota, qaamolee mootummaa fi

Read More