Home2023February (Page 3)

February 2023

Koloneel Gammachuu Ayyaanaa, miseensa WBO duraanii fi qondaala olaanaa ABO ammaa, Suuraa: Addis Standard Finfinnee - Waraanni Kaaba Itoophiyaa waggoota lamaaf goole karaa nagaa xumura argachuu isaa fi Kan Oromiyaa keessaatti humnoota mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo kan mootummaan “Shanee” jedhee waamu jidduutti adeemaa jiru ammoo

Read More

Finfinnee, Guraandhala 21, 2023 - Boordiin filannoo biyyaaleessa Itoophiyaa ibsa baaseen uummatoonni godinaalee shanii fi aanaalee addaa shan naannoo sabaaf sablammootaa fi ummattoota kibbaa keessa jiraatan keessaa harki caalu filannoo “Naannoo Kibba Itoophiyaa” hundeessuuuf Guraandhala 06 taasifame deeggaruun filachuu beeksiseera. Filannoon mirga ofii ofiin murteeffachuu (referendum)

Read More

Ajajaa olaanaa WBO, Kumsaa Dirribaa ykn Jaal Marroo. Suuraa: Screenshot/AS Finfinnee Guraandhala 18,2023 - Waamicha araaraa pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa taasise Waraana Bilisummaa Oromootiif (WBO) waamicha kan fudhatu ta’uu ibsuun waamichi kuni garuu adeemsi marii nageenyaa kuni akka milkaa’uuf haal-duree barbaachisaa ta’an ifa hin taasifnee

Read More