Galmee Jechoota Afaan Oromoo – Afaan Ingilizii Siyaasa Ta’e
Dr. Xilahuun Gamtaatiin Dr. Xilahuun Gamtaa: Hayyuu fi barsiisaa jireenya isaa guutuu Afaan Oromoo guddisuu fi gabbisuu irratti hojjate Kutaa 1 Sirni Dargii uummata Oromootiif diinummaa cimaa qaba waan tureef,sirna Dargii keessa akkamitti galmee jechootaa Afaan Oromoo barreessee akkan maxxanse gaaffii namoota baay’eti. Barruu kanaan adeemsa galmee jechoota
0 Comments