July 2022

Valeeriya Peeri , Daawud Ibsaa, Maayik Hamer, Prof.Mararaa Guddinaa Suuraa: Miidiyaa Hawaasa Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Adoolessa 30/2022 - Hayyuu Dureen Adda Bilisummaa Oromoo fi Dura taa’aan Kongireesii Federaalawaa Oromoo (KFO) Pirofeesar Mararaa Guddinaa kaleessa Adoolessa 29, 2022 jila dippilomaatota Ameerikaa Ergamaa Addaa Gaanfa Afrikaa Maayik

Read More

Haayiluu Addunyaa fii Taayyee Danda’aan Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Adoolessa 29/2022 - Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimma nageenya naannichaa fi “tarkaanfii qaamolee hidhatan irratti fudhatamaa jiru” ilaalchisee  ibsa miidiyaaleef kenneera. Hoogganaan Biiroo Koomunikeesiinii Oromiyaa Haayiluu Addunyaa ibsa gaazexeessitootaaf kenneen yaa’ii idilee Caffee marsaa lammaffaa dhiyeenya

Read More

Alamituu Hoomaatiin  @alemituhoma  Finfinnee, Adoolessa 28/2022-  Manni Murtii Aanaa Buraayyuu dhaddacha Adoolessa 18/2022 ooleen  iyyannoo qaamabilisa baasuu (Habeas corpus) qondaalonni ABO afran Mikaa’el Baqqalaa, Daawit Abdataa, Lammii Beenyaa fi Gadaa Gabbisaa dhiyeessan ilaaluun akka hiikaman murteessuu Addis Standard gabaase ture. Haata’u malee murtiin kun raawwatamee hoggantootni

Read More