Home2022July (Page 3)

July 2022

Namoonni mana hidhaa 'Maekelawi jedhamu kan Finfinneetti keessatti gara galmaatti jijjiirame Adoolessa 6, 2019 daawwatan /Ejensii Anadolu karaa Getty Images) Alamituu Hoomaatiin @alemituhoma Dirree siyaasaa Itoophiyaa dhiirota aangoo fi meeshaa waraanaa qabataniin guutame keessatti rakkoo siyaasaa, walitti bu’iinsa hawaasaa fi walwaraansi itti mul’atu. Dubartoonni iddoo murtoon itti

Read More

Suuraa: UNICEF/Mulugeeta Ayeene Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Adoolessa 25/2022 - Gaanfa Afrikaatti hongee Onkololeessa 2020 eegaleen yoo xinnaate namoota miliyoona 19.4 miidhamaniiru. Itoophiyaa, Keeniyaa fi Somaaliyaatti namoota miliyoona 18.6 hanqina wabii nyaataa hamaa fi hanqina nyaataa isaan mudateera. Kunis hanga Fulbaanatti miiliyoona 20 gahuu danda’a jedhameera.  Akka

Read More