Home2022July (Page 5)

July 2022

Suuraa: Miidiyaa Hawaasaa Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit  Finfinnee, Adoolessa 23/2022 - Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa Ganda Qasoo Wasarbiitti qaamoleen hayyama qaama dhimmi ilaaluu fi ragaa seera qabeessummaan ala amantaa dahoo godhachuun sababa ijaarsa Bataskaanaan saamicha lafaa raawwatameen walqabtee namootni sagal to’annoo jala oolfamuu bulchiinsi

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Adoolessa 21/2022 - Gaazexeessitoota ONN lama dabalatee himatamtootni 17 galmee Qaasiim Abdullaahi jala himata “Koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa hundeessuu” jedhuun himataman har’a Adoolessa 21, 2022 Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhiyaataniiru. Manni murtichi oolmaa dhaddacha guyyaa har’aatiin himata abbaan alangaa dhaddacha

Read More

Getaahuun Tsaggaayeetiin @GetahunTsegay12 Finfinnee - Lammiileen nagaa Naannoo Amaaraa daangaa Godina Addaa Saba Oromoo fi Godina Shawaa Kaabaatti jiraatan hokkora fi walitti bu'iinsa marsaa biraa Adoolessa 12 jalqabee guyyootaaf tureen miidhaa guddaa irra gaheera.  Bulchaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa kan ta'e Ahmad Mohammad, "Naannoo Amaaraa keessatti aanaalee Jiillee Dhummuugaa

Read More