Home2022July (Page 2)

July 2022

Finfinnee, Adoolessa 27/2022- Balaa hongee naannoo Oromiyaa fi Somaaleetti muudateef mootummaan feederaalaa fi mootumoonni naannoo yeroodhaan waan deebii hin kennineef midhaan dhaqqabee jedhe Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa ibsa kaleessa baaseen.  Naannoo Oromiyaa godina Booranaa aanaa Yaabelloo, Taltallee, Dubulluq, Dirree fi Moyyaalee akkasumas naannoo Somaalee godinaalee Godee

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit  Finfinnee, Adoolessa 27/2022 - Badhaasni ogbarruu akka biyyattiitti kan jalqabaa ta'e fi barreessaa hangafa Asoosama Afaan Oromoo ammayyaa Gaaddisaa Birruu yaadachuuf maqaa 'Badhaasa Gaaddisaa' jedhuun moggaafame Adoolessa 30, 2022 akka gaggeeffamu Waldaan Barreessitoota Oromiyaa beeksise. Waldichi sagantaa badhaasa kana ilaalchisee har’a Adoolessa 27

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Adoolessa 27/2022 - Itoophiyaatti waamamtuun Imbaasii Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii An Jaakobsan magaalaa Adaamaatti daawwannaa taasifteetti. Daawwannaa ishee kanaan kantiibaa magaalaa Adaamaa Haayiluu Jaldee waliin ta’uun bakka bu’oota hawaasaa waliin marii kan taasisan yoo ta’u, invastimantiiwwan Ameerikaan bu’uuraalee misoomaa eegumsa fayyaa fi dargaggoota

Read More