Home2022July (Page 4)

July 2022

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Adoolessa 25/2022 - Manni Maree Nageenyaa Naannoo Somaalee ibsa Dilbata darbe baaseen, Adoolessa 20 hidhattootni Al-Shabaab bakka Aatoo jedhamu kan biyya Somaaliyaa keessa argamu irraa karaa Godina Afdeeraatin gara naannoo Somaalee akka seenan beeksiseera. “Hidhattootni Al-Shabaab guyyaa afur dura bakka ‘Aatoo’ jedhamu irraa

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit  Finfinnee, Adoolessa 23/2022 - Paartilee mormitootaa gurguddoo 11 of keessatti kan hammate Gamtaan Paartilee Mormitootaa (Caucus of Opposition Parties) walga’ii idilee Adoolessa 16, 2022 gaggeesseen dhimmoota yeroo ammaa kana biyyattii miidhaa jiranii fi haala hojiilee gamtichaa ji’oota dhufanitti hojjatu cimsuu danda’amu irratti mari’achuu

Read More