Home2023April (Page 12)

April 2023

Finfinnee, Ebla 11/2023 - Dilbata darbe, Ebla 09, galgala naannoo 1:40tti magaalaa Baahirdaar naannoo “Abbaay maadoo” jedhamuun beekamutti dhohiinsa boombii mana nyaataa fi dhugaatii irratti gaheen lubbuun namoota sadi yoo darbu, namootni kudhan madaa’aniiru. Bakka bu'aa Daayreektara Fayyaa Hospitaala Sadarkaa Tokkoffaa Addis Alam Dr. Mitikkuu Taganyi

Read More

Finfinnee, Ebla 10/2023 - Mormitoonni kaleessa magaalota naannoo Amaaraa hedduu keessatti tarkaanfii mootummaan federaalaa humna addaa naannichaa irra deebiin gurmeessuuf fudhate mormanii fi humnoota nageenyaa mootummaa gidduutti walitti bu’iinsi uumameera. Naannoo Amaaraa godina Walloo Kaabaa magaalaa Qobbootti waraanni mootummaa federaalaa meeshaa waraanaa gurguddaa fayyadameera jechuun

Read More

Janaraal Ababaaw Taaddasaa, Suuraa: Screenshot/AS Finfinnee, Ebla 08/2023 - Ajajaa Itti aanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Janaraal Ababaaw Taaddasaa yeroo ammaan kana adeemsi humna addaa naannolee irratti taasifamaa jiru "hidhannoo hiikkachiisuu" ykn "diiguu" osoo hin taane, akkaataa heera mootummaatin adeemsa "akka haaraatti hundeessu" waggoota afran darban keessa

Read More