Home2023April (Page 3)

April 2023

Finfinnee, Ebla 28/2023 - Muummichi Ministeera Itoophiyaa Abiy Ahmad bilbilaan ajajoota waraanaa waldhabdee Sudaan keessatti qooda qaban waliin rakkoon uumame haala karaa nagaan hiikamuu danda’amu irratti mari'ateera.  MM Abiy barreeffama marsaa Twiitara isaa irratti maxxanseen ajajaa waraana Sudaan Janaraal Abdal Fattaah Al-Burhaan fi ajajaa Humna Deeggarsa

Read More

Finfinnee, Ebla 27/2023 - Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa murtee Manni Maree Gamtaa Awurooppaa Itoophiyaa ilaalchisuun dabarse irratti ibsa baaseera. Ministeerichi ibsa kenneen murtee mana marichaa kana haala gaariin akka ilaalu beeksiseera.  Itoophiyaan tumsa gamticha waliin qabdu haaromsuuf cimtee hojjechaa akka jirtu kan ibse Ministeerri Dhimma Alaa

Read More

Gaaddisa buqqaatota godina Booranaa aanaa Dubulluq keessatti argamu. Suuraa: Addis Standard Finfinnee, Ebla 26/2023 - Erga Koleeraan si’a duraatiif Hagayya 2022 keessa mul’atee eegalee hamma Ebla 22, 2023 naannoo Oromiyaa keessatti namoonni 3,860 ta’an dhibee koleeraatiin qabamuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeesssaan Gargaarsa Namoomaa (OCHA) beeksiseera. Weerarri

Read More