Home2023April (Page 2)

April 2023

Abboomaa Margaa fi kitaaba walaloo inni barreesse, 'Araada' Finfinnee, Ebla 28/2023 - Abboomaa Margaan naannoo Oromiyaa, godina Wallagga Bahaa, magaalaa Naqamteetti dhalate. Barnoota isaa sadarkaa jalqabaas achuma magaalaa Naqamteetti eegale. Barnoota isaa sadarkaa tokkoffaa mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa Beetel keessatti baratee, sanaa booda gara magaalaa

Read More

Bitaa irraa: Redwaan Huseen, Prof. Mohaammad Hasan, Dr. Gediyoon Ximootiwoos, Xahaa Abdii Finfinnee, Ebla 28/2023 - Mariin bakka bu’oota mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) jidduutti gaggeeffamaa jiru erga eegale har’a guyyaa arfaffaa isaatti kan seene yoo ta’u, dhimmoota haala fi seera adeemsaa dabalatee mata-dureewwan

Read More

Girmaa Yashixilaa,hogganaa waajjira paartiii Badhaadhinaa damee Amaaraa kan ture Finfinnee, Ebla 28/2023 - Hogganaa waajjira paartiii Badhaadhinaa damee Amaaraa, Girmaa Yashixlaa, kaleessa Ebla 27 godina Shawaa Kaabaatti iddoo Manz Guwaasaa jedhamutti haleellaa irratti raawwatameen ajjeefame. Ajjeechaa aanga’aa kana ilaalchisee mootummaa naannoo Amaaraa ibsa baase akka jedhutti, obbo

Read More