Home2023April (Page 6)

April 2023

Lammileen Turkii Dilbata darbe magaalaa Kaartumitti biyyaa bahuuf yeroo eegaa jira, Suuraa: Omer Erdem/Anadolu Agency Finfinnee, Ebla 24/2023 - Guyyoota dhuma torban darbe keessa biyyoonni hedduun dippilomaatota fi lammiilee isaanii Sudaan keessaa baasuuf ariifachuun isaanii hubatameera. Miidiyaaleen biyyoota kanaa tattaaffii lammiilee isaanii baafachuuf taasisaa jiran keessatti

Read More

Finfinnee - Artisti Zarihuun Wadaajoon abbaa isaa obbo Wadaajoo Goobanaa fi haadha isaa Aadde Zawudituu Makkoo Soolan irraa Godina Wallagga Bahaa Magaalaa Naqamteetti bara 1952 dhalate. Barnoota isaa sadarkaa 1ffaa mana barumsaa Li'ilt Tsahaay Qassoo fi magaalaa Gimbiitti mana barumsaa Dajjaazmaach G/Igzihaabiheeritti barate. Barmoota sadarkaa

Read More

Ministira Muummee Abiy Ahmadii fi Ajajaa WBO Kumsaa Dirribaa (Jaal Marroo) Finfinnee, Ebla 24/2023 - Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) ibsa Ministira Muummee Abiy Ahmad Dilbata kenneen Kibxata dhufu mootummaa fi WBO gidduu Taanzaaniyaa keessatti marii akka gaggeeffamu dubbate ilaalchisee ibsa baaseen “beekamtii kan kennu ta’uu” beeksiseera.

Read More