Home2023April (Page 7)

April 2023

Hoggantoota ABO mana hidhaa keessaa dhabaman (Suuraa: Miidiyaa hawaasaa, OMN) Finfinnee, Ebla 22/2023 - Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) mootummaan hoggantoota isaa mana hidhaa keessaa jiran eessa buuteen isaanii dhabamsiise jira jechuun komate. Dhaabichi ibsa dhimma kana ilaalchisee Ebla 21 baaseen dhabamuu eessa buutee hoggantoota ABO mana

Read More

Magaalaa guddoo godina Haadiyyaa, Hosaa'inaa. Suuraa: Miidiyaa hawaasaa Abdii Biyyansaatiin @ABiyenssa Finfinnee, Ebla 20/2023 - Naannoo Kibbaa, godina Haadiyyaa, aanaa Misraaq Baadewaachoo hojjettoonni mootummaa sababa harkifannaa miindaa ji'aatiin mormii gaggeessaa jiru. Adeemsa hiriira mormii kana keessatti tarkaanfii poolisiin mormitoota bittinneessuuf fudhateen namoonni sadii poolisiin reebamanii gara hospitaalaatti

Read More

PMNO Shimallis Abdiisaa fi MM Abiy Ahmad (Suuraa: Waajjira Ministira Muummee) Finfinnee, Ebla 20/2023 - Sababa rakkoo nageenyaa hammaataatiin mootummaan piroojektiilee misoomaa godinoota lixa Oromiyaa keessumaa godinoota afran Wallaggaa keessatti egalaman raawwachiisuu dadhabuu muummichi ministeeraa Abiy Ahmad fi pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa waltajii marii

Read More