Home2023April (Page 5)

April 2023

Finfinnee, Ebla 25/2023 - Manni Maree Gamtaa Awurooppaa ibsa kaleessa baaseen Itoophiyaan Gaanfa Afrikaa fi Galaana Diimaa keessatti michuu tarsiimoo ijoo Gamtaa Awurooppaa ta’uu ishee ibsuun, gamtichi daandii nagaa waaraa biyyattii irratti tarkaanfii dabalataa deeggaruuf qophii ta’uu cimsee beeksiseera. Gamtaan Awurooppaa ibsa isaarratti waliigaltee nagaa mootummaa

Read More

Kaliifaa Raashiid fi abbaan isaa Giddugala Tiraanzitii Dhaabbata Godaansa Idil addunyaa (IOM) Itoophiyaatti. Suuraa: IOM Finfinnee, Ebla 24/2023 - Daa’ima waggaa 12 Kaaliif Rashiid jedhamu sababii daddabarsaan namaa seeraan alaa  hojii tika gaalaa mindaa gaarii qabu biyya alaatti siin qacarsiisa jedhee waadaa galeefii amansiiseef kibba lixa

Read More

Finfinnee, Ebla 24/2023 - Odeeffannoo Dhaabbanni Qorannoo Nageenya Idil Addunyaa biyya Siwiidinitti argamu baase akka mul’isutti, Itoophiyaan bara 2022 waraanaaf doolaara biliyoona tokko baastee jirti. Kunis kan bara darbee waliin wal bira qabamee yoo ilaalamu dhibbeentaa 88n dabaluu isaa dhaabbatichi beeksiseera. Akka dhaabbatichi jedhutti daballiin kun

Read More