HomeInterview

Interview

Gurmeessaa Goobanaa Hoolaa Getaahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Waxabajjii 30/2023 - Gurmeessaa Goobanaa ilma abbaa gadaa Tuulamaa Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaati. Dhalatee kan guddate godina Shawaa Bahaa magaalaa Maqiitti. Gurmeessaan daa’imummaa isaatii kaasee teeknoolojii fi kalaqaaf jaalala addaa qaba ture. Fedhii kalaqaaf qabu dagaagfachuuf barnoota sadarkaa tokkoffaatii kaasee

Read More

Suuraa: Fuula feesbuukii Kuul Surree irraa Finfinnee – Addisaalam Xibaba ykn Kuul Surreen naannoo Oromiyaa godina Booranaa, bakka warri isaallee keessatti guddatan Areeroo jedhamutti dhalate guddate. Mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa isaa iddoo dhaloota isaa keessatti barate xumure.  Akkuma mana barumsaa sadarkaa lammaffaa xumureen booda Inistiitiyuutii

Read More

Tulluu Hirkoo Abdii Biyyansaatiin Finfinnee, Waxabajjii 16/2023 - Tulluu Hirkoo jedhama, godina Shawaa Lixaa aanaa Ejeree fi Jalduu gidduu ganda Dhakabooraa ykn Qoricha jedhamuun beekamutti dhalate. Barnoota sadarkaa tokkoffaa isaa mana barumsaa Burqa Harbuu jedhamuu kan magaalaa Hoolotaatti argamu keessa barate. Sana booda gara magaalaa Bishooftuu imaluun

Read More