HomeArt and culture (Page 3)

Art and culture

Suuraa: Fuula feesbuukii Kuul Surree irraa Finfinnee – Addisaalam Xibaba ykn Kuul Surreen naannoo Oromiyaa godina Booranaa, bakka warri isaallee keessatti guddatan Areeroo jedhamutti dhalate guddate. Mana barumsaa sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa isaa iddoo dhaloota isaa keessatti barate xumure.  Akkuma mana barumsaa sadarkaa lammaffaa xumureen booda Inistiitiyuutii

Read More

Weellistuu Halloo Daawwee Abdii Biyyansaatiin ABiyenssa Finfinnee, Waxabajjii 20/2023 - Artistoota angafoo Oromoo keessaa tokko kan taate Artiist Halloo Daawwee dhukkuba sukkaaraan dhibamtee wal’aansaaf hospitaala seenuu Addis Standard maatiirraa odeeffateera. Wal’aansaaf hospitaala Riifti Vaalii magaalaa Adaamaatti argamu keessa kan jirtu Halloo Daawwee erga hospitaala seente guyyoota shanii

Read More

Tulluu Hirkoo Abdii Biyyansaatiin Finfinnee, Waxabajjii 16/2023 - Tulluu Hirkoo jedhama, godina Shawaa Lixaa aanaa Ejeree fi Jalduu gidduu ganda Dhakabooraa ykn Qoricha jedhamuun beekamutti dhalate. Barnoota sadarkaa tokkoffaa isaa mana barumsaa Burqa Harbuu jedhamuu kan magaalaa Hoolotaatti argamu keessa barate. Sana booda gara magaalaa Bishooftuu imaluun

Read More