HomeArt and culture (Page 2)

Art and culture

Suuraa: Fuula feesbuukii Kuul Surree irraa Finfinnee, Adoolessa 13/2023 - Muuziqaa aadaa Booranaa haala ammayyaatiin addunyaatti beeksisuufi gosa Muuziqaa ‘Afrobeat’ fi ‘drill’ Afaan Oromoon indaastirii Muuziqaa Itoophiyaatti beeksisisuuf tattaafachaa kan jiru weellisaa Addisalam Xibaba (Kuul Surree) Biraand Ambaasaaddara Baddallee ta’uun dhaabbata Heenikan Itoophiyaa waliin mallatteesse. Waliigaltichi kan

Read More

Gurmeessaa Goobanaa Hoolaa Getaahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Waxabajjii 30/2023 - Gurmeessaa Goobanaa ilma abbaa gadaa Tuulamaa Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaati. Dhalatee kan guddate godina Shawaa Bahaa magaalaa Maqiitti. Gurmeessaan daa’imummaa isaatii kaasee teeknoolojii fi kalaqaaf jaalala addaa qaba ture. Fedhii kalaqaaf qabu dagaagfachuuf barnoota sadarkaa tokkoffaatii kaasee

Read More

Aadde Faantuu Damissoo, haadha manaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa. Suuraa: Addis Standard Abdii Biyyansaatin  @ABiyenssa Finfinnee, Waxabajjii 30/2023 - Sirna badhaasa Haacaaluu Hundeessaa marsaa 2ffaa fi yaadannoo ajjeechaa isaa waggaa sadaffaa kaleessa Waxabajjii 29, guyyaa Haacaaluun waggaa sadi dura ajjeefame, irratti gaggeeffameera. Sagantaa kaleessa gaggeeffameenis artistoota fi ogeessota

Read More