HomeNews (Page 212)

News

Finfinnee, Sadaasa 2/2021- Lammileen Itoophiyaa Mana Hidhaa Saawud Arabiyaa keessa jiran rakkoo hamaa keessa jiran dararaa hamaaf saaxilamuu isaanii Addis Standarditti himanii jiru.  Saawud Arabiyaan lammilee Itoophiyaa eeyyama hojii qabanis ta’ee hin qabne “Godaantota seeran alaa'' jechuun tarkaanfii  hidhaa fi biyyaa har’uu irratti fudhachuu erga eegaltee

Read More

Suuraa: Godina Wallagga Bahaa Darajjee Gonfaa tiin Finfinnee, Onkoloolessa 12/2021- Wallagga bahaa Aanaa Kiiramuu, iddoo Haroo jedhamutti Dilbata Onkoloolessa 10,2021 guyyaa keessaa sa’aatii 6tti haleellaa humnootni hidhatan  jiraattoota irratti rawwataniin lammileen nagaan hedduun ajjeefamuu fi miidhamuu jiraattootni Addis Standarditti himan. Daawit(maqaan sababa nageenyatiif jijjiirame) jiraataa Haroo fi

Read More

Dubbi  himaa Ministeera Haajaa Alaa Ameerikaa Ned Piraayis Bileh Jelan tiin Finfinnee,Fulbaana 02/2021- Ibsa dhiyeenya kana Minsteerri Haajaa Alaa Ameerikaa fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) baasaniin haalli jireenyaa Tigraay keessa jiru hammaachaa jira jedhu. Hammaachu haala jireenyaa kanaaf Mootummaan Federaalaa gargaarsa namoomaa

Read More