Home2021September

September 2021

Suuraa: Addis Standard Darajjee Gonfaa tiin Finfinnee, Fulbaana 29 /2021-Naannoowwaan gammoojjii Godina Booranaatti  jiraattootni hedduun beelaaf saaxilamanii  du’aa  jiruu jedhu jiraattootni Addis Standard qunnaman. Sababa beelaatiin namootni du’aniiru jedhu jiraattotni.  Namoota beelaan lubbuun darbe dhiyeenyaniin beekaa jedha jiraataan Godina Booranaa Aanaa Waacillee. Jiraatan kun maqaan isaa  akka hin

Read More

Dubbi  himaa Ministeera Haajaa Alaa Ameerikaa Ned Piraayis Bileh Jelan tiin Finfinnee,Fulbaana 02/2021- Ibsa dhiyeenya kana Minsteerri Haajaa Alaa Ameerikaa fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) baasaniin haalli jireenyaa Tigraay keessa jiru hammaachaa jira jedhu. Hammaachu haala jireenyaa kanaaf Mootummaan Federaalaa gargaarsa namoomaa

Read More