HomeNews (Page 3)

News

Finfinnee Hag 14, 2023 - Paartileen Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi Kongireesii Feederaalaa Oromoo (KFO) haleellaa humnoonni mootummaa godina Shawaa Lixaa keessatti lammiilee nagaarratti raawwataniiru jechuun gochaa kana kan balaaleeffatan ta’uu beeksisaniiru. Ibsa haala yeroo Oromiyaarratti paartiileen kunneen baasaniin,humnoonni mootummaa duula “Qurxummii bal’eesuuf madda bishaanii gogsuu

Read More

Finfinnee, Hagayya 12/2023 - Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo magaalaa Kamiseetti namoota Waraana Bilisummaa Oromoo ykn garee hidhattoota mootummaan “Shanee” jedhe waamu deeggaruu fi miseensa ta’uun shakkaman 330 waggaa lama oliif mana hidhaa Kamisee keessatti murtii malee hidhamanii akka argaman VOAn jiraattota wabeeffachuun gabaaseera.   Jiraataa

Read More

Finfinnee, Hagayya 11/2023 - Mootummoonni biyyoota Awustiraaliyaa, Jaappaan, Niwuu Ziilaand, Yunaayitid Kingidam, fi Ameerikaa ibsa waloo Hagayya 11 baasaniin rakkoo nageenyaa tibbana naannoo Amaaraa fi Oromiyaa keessatti mudachuun du’a lammiilee nagaa qaqqabsiise akka isaan yaaddeessu ibsan. Ibsa isaanii keessatti, qaamoleen hundi lammiilee nagaa akka eegan, mirga

Read More