HomeNews (Page 6)

News

Dr. Teedroos Adihaanoom, Daarektarri Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa. Suraa: The Economic Times Finfinnee, Hagayya 07/2023 - Daarektarri Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) Dr. Teedroos Adihaanoom walitti bu'iinsi naannoo Amaaraa keessatti hammachaa dhufe dhaabbatani isaanii daran kan yaaddeessu ta’uu ibsan.  Dr. Teedroos rakkoo nageenyaa naannoo Amaaraatti mudate ilaalchisee

Read More

Tamasgan Xurunah. Suuraa: Screeshot/AS Finfinnee, Hagayya 07/2023 - Daarektarri Olaanaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa (NISS) fi hogganaa Komaand Poostii labsii yeroo ariifachiisaa to’atu Tamasagan Xurunah, hidhattootni naannoo Amaaraa keessatti socho’an godinaalee, aanaalee fi magaalota muraasa “to’achuu” ibseera.  Tamasgeen ibsa gabaabduu kaleessa waaree booda miidiyaalee mootummaaf kenneen,

Read More

Tamasgeen Xurunah, Daayirektara Tajaajila Nageenyaa fi Odeeffaannoo Biyyaaleessaa. Suuraa: NISS Finfinnee, Hagayya 05/2023 - Labsiin yeroo ariifachiisaa Mana Maree Ministirootaan labsame baatiwwan jahan dhufaniif hojiirra kan oolu ta'uu Ministirri Ministeera Haqaa Geediyoon Xiimootiiyoos (PhD) ibsuu miidiyaaleen biyya keessaa gabaasaniiru. Geediyoon Manni Maree Ministirootaa walga’ii kaleessa gaggeesseen

Read More