HomeNews (Page 5)

News

Finfinnee, Hagayya 10/2023 - Hidhattoonni Faannoo naannoo ollaa kan taatee Amaaraa irraa karaa daangaatiin Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaallee keessatti guyyaa Kibxata darbe Hagayya 08, 2023 raawwataniin namoota lama irratti miidhaan qaqqabbuu BBCn bulchaa aanichaa fi jiraataa wabeeffachuun gabaaseera. “Naannoo Irraan Buutee irratti jarri hidhattoota Faannoo

Read More

Finfinnee, Hagayya 08/2023 - Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) gaaga’amni siyaasaa kaaba Itoophiyaatti ka’e Oromiyaatti babal’chuun nageenya naannichaa akka hin booressine “lammiilee fi qabsaa’onni” eegumsa akka taasisan gaafate. ABOn ibsa Hagayya 06, 2023 baaseen, gaaga’amni siyaasaa biyyattiitti mudate kun "dadhabina paartii biyya bulchaa jiru" ta’uu eeruun haleellaa

Read More

Finfinnee, Hagayya 07/2023 - Barsiisotni Yuunivarsiitiwwan Naannoo Amaaraa qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa kan bara 2015 ALI qoruuf yuunivarsiitiwwan biyyattii adda addaa keessatti ramadamanii turan gara naannoo isaanitti deebi’uu waan hin dandeenyeef magaalaa Finfinneetti akka turan taasifamuu himan.   Sababa walitti bu’iinsa iddoowwan naannoo Amaaraa baay’ee keessatti itti

Read More