HomeIn-depth Analysis (Page 3)

In-depth Analysis

Loltoota Waraaba Bilisummaa Oromoo (WBO) (Suuraa:Marsaa Hawaasaa) Abdii Biyyansattin @ABiyenssa Finfinnee Caamsaa 03, 2023 - Waraanni Oromiyaa keessatti Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) fi humnoota nageenyaa mootummoota federaalaa fi naannoo Oromiyaa wal waraanuu ergaa jalqabani waggoota shan darbeera. Waraannim kuni naannoo Oromiyaa fi naannoolee ollaa kan akka Benishaangul

Read More

Finfinnee, Caamsaa 23/2023 - Gareen paartilee siyaasaa mormitootaa kudhan of keessaa qabu kan “Caucus of Opposition Parties (CoP)” jedhamuun beekamu ibsa baaseen qorannoo dhiheenya kana dhaabbata imaammataa mootummaan deeggaramu, Inistiitiyuutii Qo’annoo Imaammataa (PSI) jedhamu, barbaachisummaa heera mootummaa irratti ifoomse akka mormu beeksiseera. Gaafa Caamsaa 16, dhaabbatni

Read More

Miidhamaan rakkoo hongee magaalaa Yaa'aballoo kaampii buqqaatota Elwayaa keessatti daakuu gargaarsaa baatee deemu. (Suuraa: Addis Standard) Biruuk Alamuu fi Madihaanee Iqqubaamikaa’eeliin Finfinnee, Ebla 13, 2023 – Qotee bultoonni naannoo Oromiyaa, godina Booranaa aanaa Dubulluq keessatti sababa hongee mudateen beeyladaa fi qabeenyasaanii dhaban gandootaa aanichaa 13 keessaa buqqa’uun

Read More