Home2023June (Page 5)

June 2023

Magaalaa guddoo godina Gujii Lixaa, Bulee Horaa. Suuraa: EPA/Haddush Abrihaa Geetaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Waxabajjii 22/2023 - Godina Gujii Lixaa aanaa Malkaa Soddaatti magaalaa Malkaa Daawwaatti Dilbata darbe, Waxabajjii 18 humnootni nageenya mootummaa barattoota lama uummata fuuldura ajjeesuu jiraattonni godinichaa Addis Standard’tti hime. Akka jiraataan godinichaa maqaa isaa

Read More

Obbo Baqqalaa Qachaa Finfinnee, Waxabajjii 22/2023 - Hammeenya rakkoo nageenyaa naannoo Oromiyaatin naannicha keessatti lammiilee nagaa fi aanga’ootni lubbuu isaanii dhabuu itti fufeera. Naannoo Oromiyaa keessatti torban lama giddutti aanga’ootni aanaa lama qaamolee hin beekamneen ajjeefamaniiru. Kan isa tibbanaa godina Shawaa Kibba Lixaatti bulchaa aanaa Sadeen

Read More

Anwaar Soosaa Finfinnee, Waxabajjii 22/2023 - Hojii gaggeessaan olaanaa dhaabbata telekoomii ‘Safaarikoom Itoophiyaa’  kan ta’e Anwaar Sosaa erga dhaabbata kana hojii gaggeessummaan hogganuu jalqabee gara waggaa lama booda dhaabbata telekoomii kana gadhiise. Yaadannoo keessoo Addis Standard ilaale akka mul’isuutti, Anwaar Soosaan erga yeroo hojiisaa xumuree booda Adoolessa

Read More